Sodomishaa.ijolee car car xiroo
Shashemene
fb kankoo rakoo adagaa bilbilaa kiyaa ira gahen adan citee turee Amaa walittii debiinee jiraa
Amaa sagaanta.tenyaa tan atoraraa jalqaabamee jiraa
Jarjaraa warabesaa gafa cininaa
Yaa rabii atti argadhaa dhagayadha dandahadha yarabii rakoo ummataa Muhammad s,a,w argif dhagayiif yaa alhaa
Yaa rabii jannataa kee keessaa jannaatul furdosii olaa nabiiyii kenyaa S.A.W nu godhii
Ya rabii tan nuttii jabatee sitti hin jabaatuu abrii hundaa nuf lafiisii
Yaa rabii rakataa hundaa rakoo basii yarabii
Niyaa tenyaa nuraa rabituu bekaa abo inumtii niyaa nuh guttuu
Dhaha Booranaa

Dhahaan Booranaa akkataa ittiin ummanni Oromoo Booranaa guyyaa, ji'aa fi waggaa lakkaawwudha. Dhahaan kun Dhaloota Kiristoos Dura bara 300tti ummame. Akka dhahaa kanaatti ji'a keessa guyyaa 29.5tu jira, waggaa tokko keessa ji'a kudha lamatu jiru, waggaa tokko keessa guyyaa 354 ta'a. Dhahaan kun torban kan hinqabne yoo ta'u guyyonni ji'aa tokko keessa jiran hundi maqaa qabu. Dhahaan Booranaa addeessaa fi urjiiwwanirratti hundaa'a.
Seenaa
Oromoon Booranaa dhahaa mataasaa nannoo bara 300 DhKD akka uummate amanama. Iddoo arkiyoo-astiroonoomii Namoraatungaa kan kaaba Keeniyaa keessatti argamutti, utubaan dhagaa kan kallattii urjiiwwan Dhahaa Booranaa keessatti itti fayyadaman agarsiisu dhaabbame argameera. Namoraatungaa II utubaa dhagaa baazaaltii 19 kan qabu yoo ta'u dhagoonni kunis kallattii urjiiwwan torban Dhahaa Booranaa keessatti fayyadanitti garagaree argama; urjiiwwan kunis Lamii (Triangulum), Busan (Pleiades), Algajima (Bellatrix), Bakkalcha (Aldebaran), Arba Gaddu (Central Orion), Urji Walla (Saiph) fi Basa (Sirius) jedhamu. Booranni dhahaa kana kalaquuf iddoo astironoomii itti daawwatan kanatti akka fayyadamaan amanama.
Caasaa
Dhahaan Booranaa dhahaa urjii fi addeessa irratti hundaa'u waan ta'eef, addeessaa fi urjiiwwan torba waliin daawwachuu barbaachisa. Maqaan ji'oota Dhahaa Boornanaa Bitootessa (Triangulum), Caamsaa (Pleiades), Bufa (Aldebaran), Wacabajjii (Bellatrix), Obora Guddaa (Central Orion-Saiph), Obora Diqqaa (Sirius), Birraa (addeessa goobane), Cikawa (gibbous moon), Sadaasaa (quarter moon), Abrasa (baatii guddaa), Ammajjii (baatii giddugaleessa) fi Gurrandhala (baatii xiqqoo).
Maqaan guyyoota ji'aa 27tu jira. Kanaafis, maqaan jalqabaa lama ykn sadi'i ji'a tokko keessatti irra deddeebi'ama.
Maqaa guyyoota ji'aa
1. Bitta Kara 10. Gidada 19. Adula Balloo
3. Bita Lama 11. Walla 20. Maganatti Jarra
2. Gardaduma 12. Ruda 21. Maganatti Britti
4. Sonsa 13. Basa Duraa 22. Garba Duraa
5. Sorsa 14. Basa Balloo 23. Garba Ballaa
6. Rurr
🛑 Wantoota 10 kurnan kana godhuun Ramadaana simadhu
➊ Rabbiin Ramadaanaan si gahee warra irraa fayyadamu kessaa akka si godhu du'aa'ii heddummeessuun simadhu.
➋ Wayta siin gahe Rabbi baay'istee galatoomfachuu fi gammachuun simadhu.
➌ Ji'a guutuu ibaadhaan dabarsuuf, badiirraa fagaachuuf murannoo dhaan murteessuun simadhu.
➍ Gaaffiiwwan sooma ilaalchisan kan qabdu ammummarraa akka sii deebi'an warra beekkumsa qabu gaafachuun simadhu.
➎ Qur'aana ji'a san keessatti akkamitti akka fixxu karoora baasuun simadhu.
➏ Warra sitti mufatan dhiifama gaafachuun. Akkasumas warra itti mufatte dhiifama gochuufiin simadhu.
➐ badii kee lakkoofte gara Rabbii tawbaa qulqulluu gochuun simadhu.
➑ salaata yeroo fi jama'aan saffaa awwalaa irratti salaatuf karoora baasun simadhu.
➒ maatiwwan kee kunuunsuufi fakkeenya gaarii ta'uuf kutannoo dhaan murteessuun simadhu.
➓ Ramadaanarraa fayyadamuuf wantootaa fi namoota sigufachiisan goonkumaa irraa fagaachuun simadhu.
“Nama Ramadaana dhaqqabee badiin isaa hin dhiifaminiif harkii isaa biyyee hammaartuu haa taatu.” Rasuul(saw)
27/02/2022
Bagaa gamadan bagaa gamane gamachuun tesaan gamachuu tenyaa
05/02/2022
“HAQAAF FALMUUN ITTI FUFA…Galatoomaa!”
-Guyyaa har’aa Leenconni dhiyeenya kana hidhaarraa ba’an garee Abukaatota isaanii waliin sagantaa laaqanaa fi galateeffannaa dhalootaf fakkeenyummaa fi ergaa guddaa qabu waliin qooddataniiru.
-Hayyoonnii fi qabsaa’onni keenya kunniin guyyaa har’aa haqa qabsaa’ota Oromoo barbaadutti ofiifuu kan wareegame Gorsaa fi Abukaatoo seeraa Abduljabbaar Huseen of gidduudhaa dhabuu isaanitti hedduu gaddanis karaa isaa jabeessun, kaayyoo isaa galmaan ga’uuf kan caalu, “Haqaaf falmuun itti fufa!’ jechuun dhaamsa dabarfataniiru!
-Leenconni nuuf jecha dukkana turani hidhaarraa ba’an, Abukaatota isaanii akkanaan galateeffataniiru, Nutimmoo akka Uummataatti hunduma isaanii galateeffanna! Hundi isaanii qabsaa’ota keenya, Abukaatota keenya! Nus Galatoomaa’’ jennaani!👏
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Gelemso
