Abdi
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdi, Health/Beauty, Walagga, Gimbi.
🔥 10 Mallattoo Namoota Jibbaa fi Inaaffaan Si Ilaalan! 👇
1.Maqaa Si Balleessu 😒: Maqaan kee gaarummaan akka hin waamamneef si xureessu.
2.Gaarummaan waamamuu kee hin fedhan 🙄: Namoonni biroo waa'ee kee gaarii akka dubbataniifi si ajaa’ibsiifatan hin fedhan.
3.Summii Yaadaa Facaasu 🧠☠️: Sammuu namootaa keessatti waa'ee kee ilaalcha badaa (negative) uumuun akka si jibbaniif dhiibbaa godhu.
4.Dandeettii kee Tuffachiisu 😤: Beekumsaa,ciminaafi dandeettii kee akka waan hiika hin qabneetti zeeroodhaan baay’isuun hanqinaafi dogoggoroota kee sakatta’uun qindeessanii gabaasuun akka ati tuffatamu si godhu.
5.Ilaalcha Gaarii Namoonni Siif Qaban Booressu 💔: Namoota ilaalcha gaarii siif qaban hunda gara jibbaatti jijjiiruuf tattaaffatu.
6.Hojii Gaariikee Xureessu 🎭: Hojii kee isa gaarii akka waan hamaa ta’eetti fakkeessanii dhiyeessu.
7. Si Kopheessuun Namarraa Si fageessu 🚷: Namoota sitti dhihaatan sirraa fageessuun akka ati gargaarsa dhabdee qophaatti haftu gochuuf yaalu.
8.Egereekee Danqu 🚧: Karooraafi mul’atakee tilmaama keessa galchuun gufuu sitti ta’uun daandii milkaa’inaa sitti cufuuf qophii godhu.
9.Aangoo Sirratti Qaban Yoo ta’an Si Miidhu ⚖️😡: Yoo si gubbaa jiraatan, si adabuun akka waan balleessituu taatetti namoota biroof fakkeenya godhanii sitti agarsiisu.
10.Tarkaanfii kee Dhaabu ⛔🚫: Milkaa'ina fuuldurakee gufachiisuuf karaa hundaan hulaa sitti cufu.
👉 Garuu yaadadhu 💡: Ati yoo jabaatte 💪, milkaa’iinsi kee deebii isaanii isa guddaadha! ✨
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Walagga
Gimbi
