Yosef Bedasa
Freedom of thinking is fine.
21/01/2026
Wude
qabda
12/01/2026
Of jaallataa keessan.✌️
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Dan Silas, Abdias Aïglogangan
08/01/2026
🎊🎊
Abbaan ilma isaa fayyisaa biyya lafaa godhee akka erge , nuyi argineerra , dhugaas ni baana . 1 Yoh 4:14
# Ayyaana gaarii 🥰✌️
Itaana wakgarii 📞
04/01/2026
✌️
18/12/2025
Namoota akka alaabaatti ganama si fannisanii , galgala gad si buusaniif bakka hin kennin .
qabda .
17/12/2025
GORSA
Wanta yaaddee argachuuf of argachuu qabda , waa qabachuuf of qabaachutu dursa .
👌Kabaja qabda 🥰
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Gimbi
