Odeeffannoo haaraya

Odeeffannoo haaraya

Share

Haala yaroo isiniif ibsaa

Photos from Odeeffannoo haaraya's post 01/01/2024

Ummata naannoo akkasumas biyya keenyaa maraaf!

Baga guyyaa hawwii guddaan eegaa turreen nugahe! Baga gammanne! Baga gammaddan! Hoggansa Ministirri Mummeefi Looreetii Nagaa Adunyaa, Kab. Dr. Abiyyi Ahimad kennaniin, biyyi keenya yeroo gabaabaa keessatti ulaa galaanaa argachuu dandeessee jirti. Walhubannoo Hundagaleessi guyyaa har’aa biyya keenya Itiyoophiyaafi Somaaleelaandi gidduutti taasifame kun, adunyaa irraa dhiibamnetti kan nudeebisuudha. Qaxanaa Galaana Diimaatti deebi’uun keenya, kaayyoo biyya badhaatefi dhageettii qabdu ijaaruuf qabanne kan saffisiisuudha.

Hoggansi kun waggoottan muraasa darban milkaa’inoota seena qabeessa hedduu akkuma galmeessisaa ture, har’as waadaa gale eeguun dhimma lammiileen biyyattii yeroo walakkaa jaarraa tokkoo oliif keessa isaaniitti gumgumaafi hawwaa turan deebiseera.
Irra deebi’uun, baga gammaddan, baga gammanne jechuun barbaada!

18/12/2021

Jiirra kunoo

12/11/2021

Welcome

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Goba?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Goba
24