Guji star
Dhugoo dhugaa dabsuu;dhugaa arrabii dabsuu
"Bokkeenni dalla rooba,
yoo shuulaan dhoogge malee;
Nadhiin dalla dubbatti,
yoo dhirsi dhoogge malee;
Deegi galgalaan dhufa,
Yoo ilmi dhoogge malee"
Akkas jetti
maanguddoon teenna kalee
Danfaan wol balleessine jette jaartiin garaayyuu jala fincootteπ
Mammaassa π
sareen hudduu mada'aa dhukkussite duttuu.
Heexoo muka Waaqi Busheesse
Soogiddi hin Mi'eessu"mammaaksa"
worri caati guuratani barandaa ooltaan;waan nama dubbatina yo waan caatii dubbatan qofa dubbadhaa.
hojjattu tokkoo irraa na qunnamee.
dhimma woyitiif waajjiraa dhaqee yeroo waajjiiraan bayuu namnii na keessummeessu sun seerumaan na keessummeesse garuu akkana naan jedhee manni kun qaba naan jedhee
maarree yo qabatee hoo nuutii maan yakkinee?
lakkii waawwoo baanee ala sitta hima.
maarree dansaa ka'ii lam
beetta ani wonni an ala si baaseefi dhimma kee kana akka sii fixuu yoo barbaaddee wo kaffalta.
womaa qabuu akkanuman naa fixii.
sanu nama baayyee woliin jira moqqii nuu godhii.
obboleessa kiyya womaa qabuu akkasumaan naa fixii
hin dande'amuu
hayyee meeqa kaffalaa?
50000 kaffaltta sanu anattalle hin kennituu.
naa qannasii?
nama shaniin jirra hin danda'amuu ykn itti dhiisii.
abboo naa qannasii?
10000 sii qannase.
hayyee account kennadhuu.
account hin dande'amuu.
kaashii qabu
sanu anatta kennitu
eentuu kennaa ree?
nama sitta ergaa.
hayyee.
adaa -hanna dhoogguu?
bulchiinsaa godina gujii guddoo galatooma ee kaameraa.
#.Ifi hin Tuulin Uummatni si haa Tuuluu!
"Akkuma Dukkanni Ifaan Mo'amu"
β"Jibbi jaalalaan mo'ama"
βHammeenni Araaraan malee hin injifatamu! kanaafu waan Humna ykn Haala mijataa qabaatteef injifadhe jettee hin burraaqin Namoota Akka injifattuuf gatii siif kafalan San gatii kafaliif! Hin tuffatin!
ββNama Tuffachuun si tuffachiisa!
ββGuyyaan Siqofaaf waan bari'u hin seyin!
ββQabeenya Tuulatte waan hin dabarre hin seyin Wayyaaneenuu Dachaa meeqaan Akka sicaalaa tuulataa turte hin beettaa motii "If hin tuulin Uummatni si haa tuuluu sanuu Hujii Teetiin!
15/06/2026
Gongomaa gaara yuukkoo.
π¨π£ πππππππππ: ππππ πππππππππ ππ ππππ ππππππ π
πππ πππππππ, ππππ πππ ππππ ππ ππ! π₯
Surprise move agreed between Real Madrid and Chelsea for Spanish left back to be worth π
ππ ππππ β¬πππ package π§¨
Cucurella has already accepted the move, ready for Madrid.
πππππππ πππππ πππ ππ
πππππππ. π€―πΏ
yaada kiyyaa:-namni hogganaa/bulchaa leellisuu waan qoonqqooti te'aa.
namni abbaa qabeenyalle leellisuu birri te'aa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Gujii
Hagere Mariam
GUJI
