Rabbiirraa daawuud
Kaayyoo
11/03/2026
Dookimantarii || Injifannoo Waggaa Shanii || Xurree Qajeelte Injifannoo gama aadaa, tuurizimii fi mirga dubartootaa
11/03/2026
Wolaloo bara 2010 barreesse hadha adoo yaadannoo kiyya garagaggalchuu dhagge!
~~~ Korma moo morma feetu~~~
~~~~~~ ~~~~~~~~~~~~~~~~
Jedhee Ilmi Girjaa kormi Gabree
Maaf wol nyaattu akka saree
Jedhee maadeffatee guddoo aare
Itti hime, dhugaa baasee jal_sarare
===========================
Korma moo morma feetu
Dhimma obbolummaa akkam deetu
Wolfixxanii akkam teetu
Karaa cuftanii eessaan ceetu
========================
Yo korma feetan binnee hirra
Yo morma jettan nuutuu jirra
Nuuti hin qannu rakkoo karraa
Wol ijjeessuu guddoo farra
=====================
Maaf wol dhabdu akka ormaa
Woliin hin hoonee isin harma
Bitee fidaa qalaa korma
Yo didattan kunoo morma
==================
Lama nyaatan asii achi fiigu
Lamaan aayyaa yo wol diigu
Kuun caccabaa kuun yo dhiigu
Kuun radamee wo diddigu
=====================
~~~~ Akkas Jedhee~~~
Gurraachi Gabre'ee yaada bibilcheessee
Harkifata dhooggee wolitti guggumeessee
Kormaa fi morma filannoo nuu dhiyeessee
Yo morma teetelle qalamuuf ifi qopheesse
======================
Bakka Kellee anuu hin bu'a
Addee tellee anuu hin du'a
Morma moo korma te'a
Kora nagaa anuu hin tee'a!!!
Dhugaa Media
Gaaddisa Dhugaati.
Arsenal haallii itti cimeera fakkaata.
11/03/2026
Baga waaqa kana fayyisaa lubbuu isaani godhanii fudhataan
karrii guddoon binddillaan waaqa qabaachu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Dr
Hagere Mariam
TRUE
