Kamer Tofiiq Abdurhaman
Life's short
13/05/2026
salluu Alaa Nabi 1k
maashaa allah Part 6
maashaa allah Part 5
maashaa allah Part 4
maashaa allah Part 3
maashaa allah Part 2
maashaa allah Part 1
20/02/2026
As wr wb hawaasa bal'aa arra deeggarsa keessan barbaanne obolettiin teenya tun Hindisar Yusuf Ahamad jamati magaalaa haramaayaa ganada muudee bakka ja'amutti dhalattee guddatte hospitala magaala haraamaya kessaa hojjatti arra dhibee onnetiin qabamte tuubboon dhigaa raabsittutu cufamee baqasani akka yaalamuuf hospitaala ethio xabibitti rifer godhami achitti mallaqa 1500,000 gaafatamne Waggaa dheeraadhaaf fuula namaa dhaabbachuu sodaaf taa'aa turre arra humna keenyaa ol nitti tahe
arra dirqamnee gara keessan dhuufne maalo waan dadeessaniin nu bira dhaabbadhaa lubbuu obboleettii tiyyaa naaf baraaraa
CBE
1000200076471
Hindisara yusuf ahmad
Pone no 0943578757
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Harar
