Rabbii Kee Qofa Sodaadhu

Rabbii Kee Qofa Sodaadhu

Share

educational plan

Photos from Rabbii Kee Qofa Sodaadhu's post 07/09/2025

Àlhamdulillaah abjuu bara 9tiif ture. Garuu, Hojiin hundinuu waan rabbiin siif hayyame malee hin taatu, koronaafi sababa ilma namaatiin guyyaan dheeratee as eeguus, umrii fi fayyaa nuuf kennee as gahuu keenyatti hedduu gammanne, alhamdulillaah , yaa rabbi galanni kee hin badin!!!
Hiriyoonni koo hundi baga ittiin isin gahe
💥💥💯💗💗💛💛Congratulations for all !!!💚💢💯💥💫

06/09/2025

Waggaa dheeraa booda bu'aa laffaatii tan teetii yoo argitu gammachuu akkamtu sitti dhaga'ama!
Gammachuu guddaan akka sitti dhagahamu shakkii hin jiru. Waa malee miti kanan jedheef, waggaa sagaliif kan ture barnoota, isa umrii dheeraa fudhatuufi barbaadu, osoo barumsa tahuu baate abdii kuttee hafta.
Hundaafuu hedduu haasa'uun bu'aa hin qabu. Dhaabbata dhaloota qaruuf dhaabbateefi namummaa lammummaa qabateen osoo tajaajilamtee barri dheeraan sitti hin mullatu, hundaafuu hiriyoonni koo martinuu baga gammaddan jechuun barbaada. Umrii dheeradhaa,
Garuu, suuraa isinii maxxansuu dhabuu kootiif dhiifamaan isin gaafadha ???
Galatoomaa!!!

06/09/2025

Hanga jirtu keessatti waan Rabbiifi nama gammachiisaa yoo hojjachaa jiraatte ati nama guutuudha

03/03/2025

Seenaatii hirmaadhu wanti kun si fayyadaa

h5.vshowapi.com

03/03/2025

https://aaaonline.info/PWNi5s
Linkii kana banachuun badhaafamaa. Yeroo gabaabduu keessatti badhaasa argachuu dandeessu, kanaaf seenaa follow godhaa

h5.vshowapi.com

08/09/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Najiib Sh-Mohammad Siraj, Abbaa Gadaa thank you for supporting us

08/09/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Najiib Sh-Mohammad Siraj, Abbaa Gadaa

24/08/2024

Alhamdulillaahi
Jedhii faarsi rabbii kankee, yaan kan online irra jirtu yoo Rabbii kan faarsitu gonkumaa hin xiqqaattu. Hanga fedhe yoo tahees qananii ykn tola inni sitti oole irraa takka taatuus faaruu yookaaan galata galchuu hin dagatin.
Mee jedhi ammumaahuu....
Alhamdulillaahi 1000%

TikTok · didim7473@dada 10/06/2024

Viidiyoo kana daawwachuuf linkii kana tuqaa ilaalaa

TikTok · didim7473@dada Check out didim7473@dada’s video.

Visit TikTok to discover videos! 10/06/2024

Visit TikTok to discover videos! Watch, follow, and discover more trending content.

05/06/2024

Qabeenyi osoo ati agartuu badu maalinni ?

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Harer?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Harer