Dhifama gafadhaa
Following
11/01/2023
Abuki10 😔
11/01/2023
02/08/2022
𝒀𝒂𝒂 Dr Ayman Yoo Akkuma USA jechaa jirtu isin galaafachuuf sababa taateetti ta’e Rabbiin Rahamta isiniif hagodhu.
Wal duraa duuba ta’uudha male namuu achuma yaa’a wanni dhaaddataniin sababa tahuu 𝑸𝒐𝒇𝒂.
26/07/2022
Kophee adda
18/07/2022
Namni kun nama rakkatae gargaaruun beekama
Mucaa qaxalee Abdi Getachew jedhamu kana baayyeen keessan ni beektu jedheen yaada. Abdi dilbata dhufu guyyaa gaafa 17 /11/2014 Yuuniverstii Jimmaa kolleejjii Qonnaafi Fayyaa beelladaatti ganama sa'aatii 3: 00-5: 30tti kitaaba asoosamaa "Hin Seene" jedhu waan eebbisiisuuf akka hin irraa hin hafne!
Aartiifi aantii ofirraa hin hafani-hin hafinaa!
Abdii koo baga milkoofte!
08/07/2022
Jajjabduutu as deema ee🤔
Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhaminsa naannolee ( Ethiopian Ministry of Trade and Regional Integration ) Xalayaa Gumrukaaf ergeen Waliigaltee Bittaa fi gurgurtaa Jimaa hanga saamichaaf haala mijjeeyfannuu yeroo hin murtooyneef akka dhaabbatu je'e. Heddu nama ajaa'ibsiisa. Heddu nama gaddisiisa.😡
Waliigalteen bitii fi gurgurtaa Jimaa yeroo hin murtooyneef haa dhaabbattu jechuun maal jechuudha❓
Yeroo hin murtooyneef Jimaan hin guuramu, hin gurguramu jechuudhaa❓
"Geeyriin Gaafa gala kaate kharaarratti yaati" ja'an.
Khun Ummata miliyoona meeqa kan jiruu fi jireenya isaa guyya guyyaan jimaan gaggeeyfatuun yeroo hin murtooyneef jiraachuu dhiisaa jechuudha.
Khun maal jechuudha?
Kha namarra jiru ciiseeti nama dhiita jechuudha moo maal jechuudha?
Akkana jechuun ummanni kheenya khan Jimaa oomishuu fi Jimaa daldaluus biyya tana kheeysatti Mirga Lubbuun jiraachuu hin qabu jechuudha.
Nuufii biyyi tun hangam takka akka addaan fagoo jirru laalaa mee.☹
Adem Dhalate Adooleysa 9,2022. Finfinnee
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Address
Doba
Harer
#1334
