Kee beeki
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kee beeki, Health/Beauty, Hirna.
18/11/2022
Flów
anniyyaa humbanna.
anniyyaa gosa oromoo damee bareentumaa yoo taatu harargee bahaa gara kibbaatti babalatani gosoota jiraatanidhaa.
anniyyaa ilmaa tokkichaa humbannaa yoo ta'u. anniyyichi immoo ilmaan torbaa horuudhan gullantaa lamatti addaa qoode kaaye.
isaanis sadan sadachaati fi afran kodheelleeti.
👇👇👇👇👇👇👇
1 Biduu Anniyyaa Humbanna bareentoo
2 Aannaa Anniyyaa Humbanna bareentoo
3 Macca Anniyyaa Humbanna bareentoo
4 Kole Anniyyaa Humbanna bareentoo
5 Malkaa Anniyyaa Humbanna bareentoo
6 Babboo Anniyyaa Humbanna bareentoo
7 Dambu Anniyyaa Humbanna bareentoo
jaarra kudhaa saddeettaffa dura oromoon anniyyaa ituu fi afran qalloo walin sirna gadaa odaa bultum kan malkaa tarraamutin bulaa turuu manguddoonni carcar ragaa bahuu.
baayyinaa Wal horaa ilmaan isaanitin fi baldhinaa lafa isaani irraa kan ka'ee faca'aani qa'een abbaa qabaachu dinaa isaani agarsisuuf jechaa oromoonni anniyyaa fi afran qalloo lafaa Heera sirnaa gadaa isaani bullulloo fi burqaa tirtiraa godhataan.
oromoonni anniyyaa bara dhufaa dabraa sirnoota arabaati fi sumalee akkasumaas mootummoota habashaatin duulli irratti banamuus oso harka hin laatin lafee itti cabsani Dhiigaa itti lolaasani mirga oromoo kabachisuun hardha'a gahani jiru.
humni sumalee kan meesha waraana hanga funyaanitti hidhatee oromoota anniyyaa irratti marsaa hedduu karoora bafatani duulaa qindawaa irratti bananis oromoota anniyyaa guyyaa tokkof if duuba deebisuu ykn danga isaani irraa xiqqoo itti ol siquu oso hin danda'in hardha'a gahani jiru.
mootummaan ziyaad barree marsaa bayyee anniyyaa irratti waaraana bobbaasus anniyyaa cabsuu hin dandenyee.
anniyyaa qofa cabsaa anniyyaa kana keessaa ol dabra male San booda humni isin dhaabdu Akka hin jirre hubadhaa jechuun ziyaad barree waraana isa kan sumaalee anniyyaa irratti dulchisaa ture.
gamaa biraatin anniyyaa waraana addaa bilisummaa oromoo waggaa meeqaaf of keessaatti qabee utubee qabsoo fininsaa ture. San qofa miti gootota baayyee oromoof gumaachun qabsoo Oro
22/04/2022
Fayyaan faaya!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Hirna
GOOD
