Nadhii durrii

Nadhii durrii

Share

Peejii kana like share godhaa

04/08/2023

Seenaa dargaggeessa akkaan rabbi sodaatuu
Mohammed al miski jedhama!

Dargaggeessa rabbi sodaatu mohammed. Al miskii jedhamu
Kun meeshaalee gara garaa harkatti baatee gurguree jiraata ture!
Guyyaa tokko hojiif manaa bahee osoo meeshaalee isaa baadhatee gurguraaf naanneessaa jiru. Mana warra taajiraa gibbii guddoo takkatti dhufee hulaa dhadhawee,
Meeshaa akkasiin qaba narraa bittuu jedhee gaafate?
Manni inni dhaqe kun kan
Haadha qabeenyaa tujjaara biyyatti saniiti,
tan mana ishee keessa turte.eyyen sirraan bita seeni jatteen hulaa irraa bantee,
Yeroo inni ol seenu hulaa itti cuftee mana keessatti. Akkas jatteen!
Gatii ati qodaa kana itti gurgurtu dachaa kudhaniin siifin kafalaa na waliin zinaa godhi jatteen, gurbaan lolee akkamitti akkas nan jatta jedheen!
Yeroo kana isheenis akkas jatteen!
Sitti iyya mana natti cabsee seenee na gudeeden jedha si hiyyeessa kana namni si amanu hin jiru waan ta’eef biyya sitti yaameen si hiisisa yoo didde jatteen!
Yeroo kana mohammed fillannoo biraa hin qabu ture maal godhe; sammuu isaa keessatti akkas jedhe! Yaa rabbi rakkoo tana keessaa na baasi jedhee! Ol seene mana isheenis jala seente gara mana hirriibaa!
Innis akkas jedheen isheen,
Zooraan oolee huurkeen jira akkatti qushaasha’ee si waliin hin ciisuu mana fincaanii natti garsiisi dhaqeen qulqullaa’ee dhufaa jedhee gaafate?
Itti garsiifte dhaqee maal godhe isinitti fakkaata?
Wallahi waan dubbachuuf namatti ulfaatu san harkaan fuudhee qaama isatti dibatee
Gara ishee dhufe!
Kunoo qulqulaa’een jira amma jedheen!
Isheenis aartee itti ajaa’ee bahi narraa jattee funyaan qabattee ariite!
Hulaa irraa bantee Mana gadi baafte!
Innis moooraa san keessaa gadi bahee!
Akkasi jedhe,
Waman yattaqqillaa ya ja’al lahuu makrajaa!
Nama rabbi sodaatu kan rabbi abdatuuf rabbii rakkoo fedhe kessaa isa baasa jedhee boo’ee imimmaan buusee!
Alhamdu lillaah jedhe yaa rabbi siif jedheen waan hundarraa of qabee akkatti sagaraa dibadhe.
kan rakkoo tana keessaa na baafte,
Page keenya ,share&follow

15/04/2022
13/12/2021

A

12/12/2021

A.W.W mee gaaffii tana namni hundi irratti hirmaadhaa Ñamni guyyaa qiyaamaa dura kaafamù eenyu?

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Hirna?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Dire Dawa
Hirna
150