Hayat oromo

Hayat oromo

Share

Socal meda

25/11/2025

Sis..! Dhiiraaf Alatti Kenniteefii Heeruma Dhabne Jettee Hin Haasawin🥴👨‍🦯

07/11/2025
06/11/2025

Hojii Fardiitiif barbaade. Naaf Deebisaa 👇

1. Dirree Dhawaa gandoota meeqa qabdi?
2. Maqaaleen gandootaa maal fa’a dha?
3. Maqaaleen kunniin maalirraa moggaafaman?

Warri beektan naaf barreessaa. warri beeknees SHARE godhuun warra beeku biraan naaf gaha.

Suuraan Siidaa Artist Nuhoo Goobanaa har’a abjuu ta’us, dhugoomuun isaa hin oolu. Insha Allah 🙏

GALATOOMAA 🙏 Foon kiyya 🤍

06/11/2025

Obbo Getaachoo Raddaa haleellaa Affaar keessatti gaggeeffame jedhame irratti yaada kennan.

Gorsaa MM Abiy Ahimed kan tahan Obbo Getaachoon ''jaallan'' isaanii duraaniis akka malee qeeqaniiru.

Waa'ee haleellaa banamee fi namoota keessaa qooda qabu jedhanis ibsaniiru.

👉👉 https://bbc.in/4hLOnZT

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Hirna?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Federal Werd
Hirna