Fuad Aliyi
Education
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Qeroo Waalloo Qorii Caffaa, Tesfaye Tesfaye, Husen Nuro Adem, Hasan Abarashad, Awale Ahmad, Caalaa Jaafar, Ŝussi Muca Jalalaa, Ibsaa Nadii, Emran Emam, Hurriisa Tulluu, Uzeyfa Yusuf, Abdulamid Awol, Keriyaa Zarihuun, Ahmad Naziif, Muse Amanu, Caalaa Sheekha
27/10/2025
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨
BARATTOOTA MUSLIIMA YUUNIVARSIITII ODAA BULTUMITTI RAMADAMTANII DHUFAA JIRTAN HUNDAAF.
✅Obboleeyyan musliimaa bara barnootaa 2018 yuunivarsiitii Odaa Bultumitti ramadamtanii fi kanneen sagantaa Fooyya'insaa tiin barumsa keessan asitti hordofaa turtan, hunda dura baga Rabbiin isin gargaaree bu'aa bahii fi dadhabbii hedduu booda gara mooraa keenyaa dhuftan. Baga milkooftanii jireenya mooraa arguuf geessan isiniin jenna.
✔️ Kanattii aansuun yaamicha mooraan keenya Odaa Bultum Onkololeessa 17 fi 18 barattoota haarayaaf godheen walqabatee, jama'aan keenya JAMA'AAN BARATTOOTA MUSLIIMAA YUUNIVARSIITII Odaa Bultum barattoota musliimaa gara mooraa keenyaattii dhufan bifa ho'aa taheen simachuuf qophii mara xumuree dhufaatii keessan qofa eegaa jira.
🫵 Maarree isinis waan kana quba qabaachuun sa'aa kana irraa kaasee odeeffannoowan adda addaa yuunivarsiitii keenyaan walqabatee beekuu barbaaddanii fi akkasumas yemmuu gara mooraa dhuftan barattoota isin qeebalanii kallattii isinitti agarsiisan argachuuf lakk. bilbilaa armaan gaditti tarreefaman fayyadamuun gargaarsaa fi deeggarsa isin barbaachisu mara argachuu akka daandeessan yeroo isin beeksifnu gammachuu guddaadhani.
OBUMSJ
📌
1. Fu'aad Abdii (Afaan oromo) 0974723017 - Amiira walii galaa OBUMSJ
2. Asraar Suleeymaan (Afaan oromo / አማርኛ ) 0915911290 - Itti aanaa Amiira Walii galaa OBUMSJ
3. Ansar Badru (አማርኛ/ Afaan Oromo) 0993166006 - Barreessaa OBUMSJ
📌
1. Araarsoo Mahaammad (Afaan Oromoo) 0905028370 - Amiira Seektara Odeeffannoo fi Qindoominaa OBUMSJ
2. Nashaad Rashiid (Afaan Oromoo / Af -Somaalii) 0923657934 - Itti Aanaa Amiira Seektara Hawaasummaa
Anaa dhufu, karaa nagayaa nuuf koottaa!! Imala milkii iainiif hawwina!!
Oda Bultum University Muslim Students Jema'a
Alaanfataan malee liqmisuun ,
yaadan malee dubbachuun of ballesuudha.
Makmaaksa hayyuu O..ti. Fuad Aliyi
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kadir Wayu, Dachoo Yamii, Abdinur Abdulkadir Gutale, Rehima Amaan, Abirham YeGechi Lij, Mahmmad Tajo, Murad Tayib, Hussen Abduko, Firiyyee Arsii, Sulxaan Huseni, Adam Abdaalla Gabowo, Firiishaa Dha, Muraad Jamaal, Kichu Abdalaa, Adunya Asefa, Faadil Faadilmoha, Hammaar Tufaa, Abdii Sixoota, Fami Kadir Haji, Ketesa Merera, Maxamad Siyaad Aadan, Anaa Mahamad, Mariyam Mamad, Tijani Tkh, Kadir Ibrahim Ahammade
03/09/2025
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ahmed Ali, Awal Kadir, Gezahegn Keflu, Doct Sebago, Abuya Dube, Weltaji Negasa, Sabboontuu Waayyuu, Eyasu Dubusho, Keyiru Habib, Solomon Awoke, Ammee J Juwaar, Jafare Amahamda, Anuwaar Miftaahii, ሪድዋን ኑርሰቦ, Monivix Monix, Mubarik Abdii, Suleman Musa Mai Kalangu, Shamsuu Hasan Badhaasa, Mu'az Sadiq, Mustafe Xasan, Tariku Taye, Naasir Nageesso Deko, Obsaa Jamaal, Obsaa Musxafa, Muna Cadey Muna Cadey, Jalaata Dinaa, Abdii Hajjii, Lenco Abraahim, Seyfu Shifa, Huseen Naasir, Mamushwa Mamushwa, Abdii Baalee, Jafer Mohamed Jafer, Bulchaa Umalaa Waraa Elemoo
26/06/2025
Dadhabii waggoota baayyee booda as geenye kuno alhm
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Hirna
5353
