Anejash Mohammed

Anejash Mohammed

Share

I am oromo first

25/09/2026

Jummaa mubarak ✨️

24/09/2026

🛑 | Sheyixaaniyaahuun ammas salphate😂

Teessoo duwwaatti haasa'aa jira

Yaa'iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummootaa Gamtoonnii 81ffaa New York, akkuma isa bara darbee 80ffaa Sheyixaaniyaahuuf kufaatii biraa dabaleera

Yeroo inni haasaa taasisutti Hoggantoonniifi bakka buutonni biyyoota hedduu galma walga'ii gadi dhiisanii bahaniiru.

07/08/2026

Oduu Dansaadha!!

Sa'uudi Arabiyaa Turkey fi Paakistaan waliigaltee tumsa Ittisa waloo kan yoo Sa'uudi Arabiyaa haleelamte yoo Turkey fi Paakistaan haleelamte akka birmadummaa biyyoota sadanii cabeetti isaan dandeesisu waliigaltee mallatteessanii jiru!! Jaarraa 21ffaa keessatti waliigalteen tumsa waloo kun bu'aa guddaa buusuun biyyoonni akka tokkummaa isaanii jabeessanii tumsa ittisa isaanii cimsan godhaa jira!! Muuxannoon kun osoo gara biyyoota Afrikaa baballatee baay'ee gaariidha!!

Kana malees har'a hoggantoonni Biyyoota sadanii Masjiida qulqulluu makkaatti salaata sagadanii jiru kun ammoo tokkummaa dhugaa akka uumamtu godha!! Kan isinitti tole waliiif qoodaa!! 🙌😎.

07/08/2026

Good night 😴

11/05/2026
11/05/2026

gurbaan kaslabeen kun seeraa jala olee mo Iff ajeese akuma ja'e dhadateeti?

Telephone

Website

Address


Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anejash Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Hirna.