WABII Pod
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from WABII Pod, Health/Beauty, Nekemt.
14/10/2026
: Eritrea Accuses Oromia Regional President in Letter to UN.
Eritrea Cites Red sea remarks in official compliance to the UN.
In UN Letter, Eritrea Highlights President's Remarks on Celebrating Irreecha Along Red Sea Coast.
----
13/10/2026
Muudama Hoggantoota sekteraalee Godina Lixa Oromiyaa
=============
1.I/G Waajjira Bulchinsa- Mangistuu Darsuu Masaadii
2.I/G Waaj. Nagaa - Abdisaa Qana'aa Yadataa
3.I/G Waaj. Daandii fi Geejjiba - Injinar Geetachoo Mokonnin Tuulii
4.I/G Waaj Albuudaa- Inj. Alamuu Haayiluu Riqituu
5.I/G Waaj. Karooraa fi mallaqaa - Birraatuu Taaddasee
6. I/G Dhimmoota Gurmaa'insa Ummataa -Aadde Kuulanii Befiqaduu Galataa
7. I/G Waaj. Interpiraayizii fi industirii - Ob.Waaqtolaa Baqqalaa Ittaanaa
8. I/G Waaj Daldala Fi investimantii-
Ob.Gammadaa Bakaakkoo Bayyaan
11.I/G W/ra Fayyaa - Mirreessaa Cheree Bayisaa
12.I/G W/ra Barnootaa - Tasfaa Barisoo Shifarraa
13.I/G W/ra Galii :-Iddosaa Shantaa Jiilchaa-
14.I/G W/ra Turizimii -Mallasuu Mosiisaa Itichaa
15.I/G W/ra Bishaanii - Injinar Raddaa Raggasaa Goboshoo
16.I/G W/ra Qonna - Luuluu Qixaataa Guttataa
17.I/G W/ra Lafaa -Amansiis Garbabaa Fufaa
18. I/G Jallisi fi Horsiisee Bulaa - Injinar Rabbirraa Fiqaduu Hundarraa
18.I/G Misooma Magaala -Tammasgeen Mirressaa Waacilaa
18.I/G Buusaa Gonofaa - Fatiyaa Abdurahaamaan Mahamad
19.I/G Abba taayita konistiraakshinii- Injinar Warquu Ittaanaa Obsaa
20.I/G W/ra Pilaanii :- Inj. Gorbaa Olaanaa Dinagdee
21.I/G W/ra Abbaa Alaangaa :-Addisuu Tasfayee
" Bara Hojii Gaarii...!
12/10/2026
''Gurmaa'insi haaraan rakkoolee hawaasaa hiikuufi fedhii fi faayidaa uummataa giddugaleessa godhachuun hojjechuuf kan hundaa'edha'' Obbo Masfin Malaakuu
Mootummaan Ida'amuu yaadama Ida'amuu bu'uura godhachuun, carraawwan biyyi keenyaa fi Oromiyaa qabdu fayyadamuun egeree saba keenyaa sadarkaa olaanaatti ceesisuuf rifoormiiwwan jajjaboo hojiirra oolchaa turedha jedhan Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Naannoo Oromiyaatti Bulchaan Godina Lixa Oromiyaa Obbo Masfin Malaakuu.
Rifoormiiwwan kanaanis bu'aawwan gurguddoon gama hundaan galmaa'aniiru.
Keessumaa, mootummaan cimaa sadarkaa gandaatti ijaarame rakkoolee kenna tajaajilaa hiikuufi uummanni tajaajila mootummaa qulqullina qabu, saffisaa fi itti dhiyaatu akka argatuuf hojii bal'aan hojjetameera.
Kaayyoon gurmaa'insa haaraa amma hojjetamees Oromiyaa cimaa, sirna cimaa fi dinagdee cimaa ijaaruu; barnootaa fi teekinooloojiin uummata cimsuu; akkasumas fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuudha jedhan.
Abdiin keenya uummata keenya. Uummatni keenyas hojii gaarii hojjenneef nu jajjabeessaa; hanqinaalee jiranis akka fooyyeessinuuf yaada nuuf kennaa deemaa jedhan.Nutis yaada uummataa dhaggeeffachuun rakkoolee isaanii hawaasa keenyaa waliin taanee hiikuuf ni hojjenna jedhan.
Xumura irratti “Nuti isin bulchuuf osoo hin taane, isin tajaajiluuf dhufne.”jedhan.
Waaqayyos nu gargaara jechuun abdii jijjiiramaa qaban ibsanii jiru.
11/10/2026
️
Raayyaan Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa adda waraana Bureetti bobbaafame " "-bakka naannoo Ertiraa keessa akka jiru gabaafame guutumaan guututti to'annoo isaa jala galcheera.
11/10/2026
Geetaachoo Raddaa, Dr Abrahaam Balaay fi Redwaan Huseen Magaalaa Maqalee seenanii jiru.
Wayita isaan Maqalee gahanitti, hawaasni naannichaa gammachuu fi kabaja guddaadhaan simannaa ho'aa taasiseefii jiru.
11/10/2026
Muudamni Koree Qindeessituu Magaalaa Shaggar ifoomeera
Haaluma kanaan;
1. Dr. Tashoomaa Addunyaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar
2. Obbo Alamaayyoo Tulluu Ittigaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar
3. Obbo Mariid Dimmiruu Itti Aanaa Kantiiba Magaalaa Shaggar
4. Obbo Mootummaa Tamasgeen Itti Aanaa Kantiibaa Magaalaa Shaggar
5. Obbo Mohaammad Guyyee Itti Aanaa Kantiibaa Magaalaa Shaggar
6. Obbo Alamuu Adolaa Ittigaafatamaa Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar
7. Obbo Maammoo Aggaamaa Ittigaafatamaa Ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar ta’uun muudamaniiru.
Shaggar
11/10/2026
Oduu muudamaa! Koree Qindeessituu Bulchiinsa magaalaa Naqamtee!
1.Obbo Masarat Hayiluu--- Kantiibaa bulchiinsa magaalaa Naqamtee
2.Gargaaraa piroofesaraa Malaakuu Geetaahun --Itti gaafatamaa paartii badhaadhinaa damee bulchiinsa magaalaa Naqamtee
3.Obbo Gammadaa Tafarraa--Itti aanaa kantiibaa bulchiinsa magaalaa Naqamtee
4.Obbo Bajjii Moosisaa --Itti gaafatamaa siyaasa paartii badhaadhinaa damee bulchiinsa magaalaa Naqamtee
5.Aadde Gannat Maammoo-- Itti gaafatamtuu ijaarsa paartii badhaadhinaa damee bulchiinsa magaalaa Naqamtee ta'uun muudamaniiru.
11/10/2026
Ministirri Muummee Abiy Ahmad (PhD) har'a qondaaltota armaan gadii muudaniiru.
1. Abdulwasa Abdullahi (PhD) – Daarektara Ol-aanaa Inistiitiyuutii Dhimma Alaa (IFA) fi
2. Kaappiteen Tefera Kaasaa – Hojii Gaggeessaa Ol-aanaa Geejjibaa fi Loojistikii Galaanaa Itoophiyaa
taasisuun muudaniitu.
Office of the Prime Minister-Ethiopia
10/10/2026
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa muudama adda addaa kennuu isaanii waajjirri Ministira Muummee ibseera.
Haaluma kanaan:
1. Dooktar Zallaqaa Tamasgeen Hoji-raawwachiisaa itti aanaa Inveestimeenti Hooldingii Itiyoophiyaa
2. Obbo Jaafaar Badiruu- Hoji-raawwachiisaa itti aanaa Inveestimeenti Hooldingii Itiyoophiyaa
3. Haannaa Tahulquu Komiishineera Komiishinii Inveestimeentii Itiyoophiyaa
4. Mali'ikt Saahiluu Komiishineera itti aanaa Komiishinii Inveestimeentii Itiyoophiyaa
5. Dooktar Baayyisaa Badhaadhaa Komiishineera itti aanaa Komiishinii Inveestimeentii Itiyoophiyaa
6. Daagimaawiit Shifarraawu Daariktara Olaantuu Abbaa Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophiyaa
7. Dooktar Yirgaalam Asaffaa Daarikteera itti aanaa Abbaa Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophiyaa
8. Ambaasaaddar Fitsum Araggaa Daarikteera Olaanaa Tajaajila Lammummaa fi Immigireeshinii
9. Yittaagasuu Dassaalanyi Daarikteera itti aanaa Tajaajila Lammummaa fi Immigireeshinii
10. Ambaasaaddar Leencoo Baatii Daarikteera Olaanaa Tajaajila Diyaaspooraa Itiyoophiyaa
11. Mahaammad Raafii Hoji raawwachiisaa Olaanaa Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaa ta'uun muudamaniiru.
10/10/2026
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad har'a anga'oota armaan gadii Ministir-Deetaa taasisuun muudaniiru.
Category
Website
Address
Nekemt
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when WABII Pod posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.
