Egeree Dhalootaa.
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Egeree Dhalootaa., Health/Beauty, Nekemte.
Dhaloota Burjaaja'aa akkasi irraa waan gaarii eeguun mataan isaayyu caba tokkodha.
Sababiin isaa Dhaloonni si anaa waan beeku , waan isa ilaallatu irratti utuu hin taane xiyyeeffannoon isaa faallaa kanaati.
waan hunda nan beeka jedhee yaada irratti kennaa oola
silaa utuu waan beeknu hojjennee irratti xiyyeeffanne, biyyi keenyi nagaadha.
Waan beektufi irratti bu'aa buusuu dandeessu irratti xiyyeeffadhu.
Lafa nagaa oola !!!
Jireenya kee keessatti, Dursaa waraana kee karaa bitaas, mirgaas, fulda duraanis sumadha.
Ati harka latte taanan karaa kamiin irrayyuu kan siif lolu hin jiru.
of eeggachaa sirba !!!
Uf tuulummaa Hamaan, kufaatii Ariffachiisa.
HAACAALUU HUNDEESSAA BOONSAA
Deebii sirba Tedy situ qaba ture
Partii bakka bu'anii Dorgomuuf ulaagaan isaa maalidhaa?
@
Dhaloota waan gaarii tokko hojjetee hin beeknutu, hojii warra kaanii hadheessa.
Eessaa Garamittidhaa ? kan dhaloonni kun deema jiru ?
Sammuun Gadaa Kalaqe har'a eessa dhaqe?
👉 The Future Generation.!
Cooming Soon.
Egeree dhaloota kanaa eenyuyyu yaaduu dhiisee hin beeku. Yaadamuus qaba maalif yoo jenne namoota of jaallatan qofaan marfamnee jirachaa jirra. Ani duunaan margi hin margin akkuma jette harreen , Dhaloonni amma jiru kunis jireenyi waan isa irratti dhaabbatu itti fakkaata . Dhaloota dhufaa darbaaf miti dhala isaafille yaaduu dhiiseera. Ofirra namni darbu hin jiru barbaadames hin argamu.
Namoota dhalootaaf yaaddan ta'aa.!
Rabbumti Dhaloota kana haa boqochiisu.
Isa Aangorra jiru irraas isa .......jiru irraas Abdii hin qabnu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Nekemte
