Tooftaa jireenyaa

Tooftaa jireenyaa

Share

To distribute more information

04/02/2025
Photos from Tooftaa jireenyaa's post 06/07/2022

Techno

Photos from Tooftaa jireenyaa's post 25/02/2022

Xiyyaarri xiqqaan namoota afur qabattee balal'insa irra turte kufte caccabde!

Balaan kun godina Harargee Bahaa Aanaa Kombolchaatti kan gahe yoo ta'u ka'uumsi xiyyaarichaa Magaalaa Dirree Dhawaa irraa gara Jigjigaatti imalaa turte ta'u ibsame.

Balaa kanaan nama tokkoo irra miidhaa salphaan alatti namoonni hafan sadan nagaa ta'uus himameera.

Bakka balaan dhaqqabee kanatti haalli qilleensa hurriin haguugamuu akka hin ollee fi kunis balaa kanaaf sababa akka ta'e himameera.

Qabeenyummaan xiyyaarichaa kan Dhaabbataa Sagantaa Nyaataa Addunyaa (WFP) ti.

wakty tube - YouTube 11/01/2022

https://youtube.com/channel/UCLeUUD9HE0PiB-Ta8407C1Q

wakty tube - YouTube Share your videos with friends, family and the world

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Nekemte?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Nekemte
6