Faarfannaa Afaan Oromoo haaraa
more Video watching on YouTube by This Link https://m.youtube.com/channel/UC7pp41PXJDjLNgbUKGMCGfw
21/04/2022
Raajii Meseret Taye & Raajii Getahun Emru Maatii isaani Waliin Eebbiissaa. Like Page, invite Share Godhaa. Subscribe Godhaa Link(geessiittuu) Kanan YouTube keenya. https://m.youtube.com/watch?v=4U_hyEp0HaM&t=34s
21/04/2022
https://m.youtube.com/watch?v=4U_hyEp0HaM&t=34s Watch on YouTube Like Page
Biqilaa Kabbadaa|Faarfannaa Afaan Oromoo 2022|Solomon Alemu 2022| Faarfannaa Kadhana
02/03/2022
“mukti harbuu yoo daraaruu dhabaate iyyuu, mukti waynii, mukti ejersaas yoo ija godhachuu dhabaatan iyyuu, maasiin midhaan yoo baasuu dhabaate iyyuu, hoolonni goorantoo keessa, saawwanis dallaa keessa yoo jiraachuu dhabaatan iyyuu,”
— An. 3:17“ani Waaqayyotti nan ililcha, Waaqayyo isa na fayyisutti nan gammada;”
— An. 3:18 Eebbiisaa Gurmuu faarfatoota. Like Page Share invite Godhaa.
02/03/2022
& “Waaqayyo gaarummaa isaa guyyaa akka abboomutti, halkan isa nan faarfadha, kadhatas gara Waaqayyo jireenya kootiitti nan dhi'eessa.”
— Far. 42:8 Like Page, invite Godhaa Galatoomaa
01/03/2022
kana fakkaata ture. Yeroon Faarfannaa ._1ffaa Hojjedhe.
Maal attamittiin dagatu attamiin irraanfatamaa
Gaarummaan ati anaaf goote gargaarsi bara ijoollummaa
Nakeessaa hin badu matumaa! Waaqayyoo Seenaa Nama in jijjiira. Like Page Share invite Godhaa.
01/03/2022
&. Page Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa Dawwadhaa. Like Page invite godhaa.
01/03/2022
Nama Waaqayyoo Raajii Eebbiisaani. Page Keenya Like Share invite Godhaa. Galatoomaa.
26/02/2022
Faarfataa baacaa Bayyanaa Nama Meeqatu Jaalatan ❓❓ Faarfannaa Isaa Nii Jaalattuu?? Like Page Gochuun Sagalee kennaa
26/02/2022
“Innis sagalee guddaadhaan, "Yeroon firdii isaa waan ga'eef, Waaqayyoon sodaadhaa, ulfinas kennaaf! Isa waaqa, lafa, galaana, burqituu bishaanii uumeefis sagadaa!" jedhe.”
— Mul. 14:7 Page Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa Dawwadhaa. Like Page Godhaa. Galatoomaa!
26/02/2022
Akka namni siin jedhu utuu hin taane akka waaqayyoo siin jedhu taata !
Jireenya holqaa keessaa hanga mana Villaatti!
'Nanzimana Elin' jedhama.Dhuma bara 1999 kibba Ruwaandaatti dhalate.Haadha isaatiif Elin ilma 6-ffaa yoo ta'u,obboloonni isaa 5 kan isa hangafan jalaa du'aniiru.Akka haati isaa jettutti Elin nama kadhaa Waaqatiin dhalateedha.Akka dhala namaatti sababa afaaniin dubbachuu hin dandeenyeef Elin mana barumsaa seenee hin baranne.Qaaman hir'uudha,itti dabalee immoo bifaan baayyee fokkisa.Fuula isaa ilaaluun namoonni maqaa bineensotaa Jaldeessa,Gorillaa fi maqaalee biroon waamu.Akka harmeen isaa jettutti Elin sababa namootni itti kolfaniif mana baqatee holqaaf bosonatti baqate jetti.Qaama hir'uu fi bifa fokkisaa qabaatus harmeen Elin 'mucaan kiyya kennaa Waaqati, qajeelaadha,hamaa hin dalagu, mucaan koo maaliif jibbama ? yeroo namoonni arrabsaniif tuffatan onneen kiyya baayyee caba' jettee dubbatti.
Waggaa 21 booda garuu Naziman Elin TV biyyatti irratti dhiyaatee seenaan isaa guutummaatti jijjiirame.Ummanni Ruwaandaa qarshii walitti qabaniifii holqa keessaa ba'ee villaatti akka galu godhan.Amma Elin nama beekamaa addunyaa kanaati.Namoonni suuraa isa waliin ka'uuf doolara kaffalanii dabaree eeggatu.Uffata beeksisuun dizayineroota biratti nama filatamaa ta'eera.Nazimana Elin amma dureessa beekamaa ta'eera.Namni bineensota faana holqa keessa jiraachaa ture amma namoota faana jiraachaa jira.Namoota biratti Jaldeessaaf Gorillaa haa jedhamu malee Elin haadha isaaf kennaa Waaqaa akka ta'e namni tilmaame hin turre.
Eeyyee akkasin siin jedha;
-Namni niduuta siin jedha; Waaqnimmoo ni jiraatta siin jedha.
-Namni hin milkooftu siin jedha; Rabbi immoo nimilkoofta siin jedha.
-Namni kun gatii hin qabdu siin jedha; Waaqnimmoo gatii qabda siin jedha.
-Namni haala kee harraa ilaalee situffata sibaqata; Rabbi garuu nama ta'uu keef sijaallata.
Namoonni harra nama hintaatu,hin milkooftu jedhanii murteessan bor gaafa ati milkooftu suuraa si faana ka'uuf dabaree eeggatu. Page keenya Like Share invite Godhaa Galatoomaa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Nekemte
