Hamid md

Hamid md

Share

@Hamid md

Photos from Abiy Ahmed Ali's post 15/01/2025
15/01/2025
04/11/2023

Akkuma beekamu, , yeroo yerootti gita hojii garaa garaa haaraa ni baasa. Anii fi obboloonnikoo muraasis, odeeffannoowwan kana hordofnee yeroo yerootti isinii qooduuf dhamaatii guddaa gochaa turre, gochaas jirra. Kan nuti isiniif gochuu dandeenyus kanuma QOFA waan ta’eef. Ta’us Ijoollonni keenya lakkoobsaan muraasa hin jedhamne garuu ammayyuu odeeffannoo wa’itawaa dhabuun yeroo baay’ee fayyadamtoota carraa kanaa ituu hin ta’in yeroo hafantu mul’ata.

Kanaaf, barbaachisaa ta’e waliif qooduuf haa mijatuuf jecha, garee tokko kan akkaataa itti qormaataaf qophaa’uu qabdan irratti nuti ijoolleen warri hojiirra jirru muuxannoo keenyarraa isiniif qoodnuu fii akkasumas odeeffannoon gita hojii banaa irratti yemmuu ba’u, kan ittiin battalatti gurra isin buufnu hundeessineerra. Kunis walii keenyaa dhimminee wal-gargaaruuf haala mijataa uuma.

Maarree egaa isinis garee TEELEGIRAAMII: https://t.me/OdeeffannooqormaataafiBHBDQI jedhutti makamuun hirmaattuu dhangaa kanaa akka taatan asumaan isin afeeraa, warri qoramtanii milkooftanis, jabinaan dhaloota isin booddeef yaaduun gorsa keessan ijoollota haaraa dorgomaniif nuffii malee qooduun akka nu tumsitan asumaanan kabajaan isin gaafadha.

Fayyaa ta’aa!!!
Follow my page

Photos from Hamid md's post 03/11/2023

BARATTOOTA BARNOOTA DHUMA TORBAANIIF GALGALAA BARACHUU BARBAADDAN HUNDAAF!

Yuuniivarsitiin Booranaa bara barnootaa 2016'tti digrii jalqabaan sagantaa barnoota dhuma torbaanii (Sanbataa fi Dilbataa) fi galgalaatiin gosoota barnootaa armaan gadiitti tarreeffamaniin barattoota galmeessee barsiisuu waan barbaaduuf, namnii fedhii barachuu qabdan Sadaasa 7 haga 16/2016'tti guyyaa hojiitiif sambata xiqqaaf guddaallee dabalatee dhuftanii galmaa'uu kan dandeettani ta'uu isan beeksifna.Beeksisa adda addaa fi odeeffannoo argachuuf fuulafb diimaa lataa page follow like godhaa.

Photos from VOA Afaan Oromoo's post 15/10/2023
Photos from Hamid md's post 06/09/2023

1/2015.
Guyyaa Tola ooltummaa
Baalee Bahaa Aanaa Raayituu mana harmeef ijaaruun akkuma itti fufteetti jira.

Photos from Hamid md's post 06/09/2023

Qaam'ee 1


Barsiisota Finfinnee waggoota 40 ol tajaajilaa turaniif beekkamtiin kenname
*****************

Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti barsiisota waggoota 40 ol tajaajila barsiisummaa kennaa turaniif sagantaan beekkamtii kennuufi galataa bakka Kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebee argamanitti gaggeeffame.

06/09/2023

Aadde Saamiyaa Abdallaa Mahaammad Hooggantuu Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii. Hooggantuu yeroo ammaa hojiilee gurguddoo hojjataa jirtuudha. Aadde Saamiyaan dubartii jabduu fakkaattee osoo hin taane of taatee biyya ofiisiitiif dhaabbatteedha.

Rabbiin si gargaaree si haa tiksu obboleettii teenya

Photos from Hamid md's post 05/09/2023

Gammachuufi seeqannaa keessan kana isin irraa arguun keenya nu ilmaan keessaniif ammoo gammachuu dachaati. Haamilee imalaa nuuf ta'a. Wayyaa abbummaafi moodeelummaa keessanii jalatti guddachuun maaliif akka jiraatan nama barsiisa. Rabbiin umrii keessan keessa barakaa nuuf haa kaa'u.

Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል
Raayyaa Abbaamacca
Sheikh Jamaal Aliyyii Abdullah

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Robe?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Raayitu
Robe
ETC