Muhammed kedir
Logastic
10/08/2022
Aniis biiyaan qabaa biyaa biiyaa caaltuu biyaa too oroomiyaa taan uumaan baadhatuu.
25/05/2022
Bagaa gamaadan kooloneen gaamachuu Ayaana kaan hafaanis Rabiin haa baasuu
Oromoon jaaraa heduuraa kaasee lafaafii qabenyaa isaatiraa hiraarfama turee ha'aras hogaansii baaraatee jeenuus jaruumaa armaan duraa nuu hirarsaa turaan waalin nuutii jiraa. Oroomonii waaloo badiin isaanii maali jeedhee hogaansii tookolee kaa duubatuu hin agaaree hin dhageenyee. Kanaa kaan raawachisuu mootumaa amaara humnaa hidhaatee lenjisee gaamaa umaata naaga boobasaa jiraa kaan maqaaf oroomiyaa buulchuu yaadas hin qabuu naa fakaatee kaanafuu qamni ilaalatuu daafee fuurmaataa ka'ufii qaaba. debiisee isaanis akkaa hikaatani hidhanoo mootumaaf Akka deebisaan gaafanaa
05/02/2022
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Asalaa
Robe
