Abrii

Abrii

Share

All things are possible if your believe

17/06/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Mahammad Qaasim Umar , Muddin Adem, Lalisa Ilma Woyu, ራሻድ ካድር ቦዳና

06/06/2026
04/06/2026

አሁን ነው መላክ
ጉርሻው ተረፍረፍ ያለ ነዋ!
****
ከውጭ ሀገራት በ ፣ ፣ ፣ ፣ ፣ ፣ ፣ ፣ ፣ እና ዲጂታል የገንዘብ መላኪያ መተግበሪያዎች ገንዘብ ሲላክልዎ በእለታዊ የውጭ ምንዛሬ የመሸጫ ተመን ላይ ተጨማሪ 10 በመቶ ጉርሻ፤

እንዲሁም ከባንካችን ጋር በሚሠሩ ዓለም አቀፍ የሐዋላ አስተላላፊዎች በኩል ገንዘብ ሲላክልዎ በእለታዊ የውጭ ምንዛሬ የመሸጫ ተመን ላይ 9 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ የምናበረክትልዎ መሆኑን በደስታ እንገልፃለን!

***
የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ
ሁሌም የሚተማመኑበት ባንክ!

Photos from Abrii's post 04/06/2026

😍😍😍😍😍

04/06/2026

𝘿𝙪bbisi🤭🤭
Tokkotu haadha mana isaatin wal- lolanii rukuta. Akka tasaa ajjeesuuf osoo hin yaadin harka isaa keessatti duute. Dhimmicha yoo beeksisee maatii ishee irraa rakkoo waan irra gahuuf waan gochuu qabu buusee baasee yaaduu eegale. Dhumarratti yaadee xiinxale yaadni tokko dhufeef. Nama ogeessa ofiin jedhu Abbaa Malaa ganda isaa keessa jiru tokko bira deemee dhimmicha hubachiisee waan gochuu qabu fala isa gaafachuuf murteesse. Akkuma deemee bira gaheen waan godhe hunda itti hime.Abbaan malaas dubbicha erga hubatee booda mala kennuufii jalqabe.

Akkana jedhee gorse...👇👇👇👇👇👇

Balbala kee irra taa'iitii dargaggeessa bareedaa balbala kee bira dabru tokko eegi. Yeroo argitetti suuta jedhii amala gaariidhaan mana keessaa waa nagargaari jedhii kadhadhu. Yoo inni siwajji deeme erga inni mana seenee booda balbala itti cufii isas ajjeesii reeffa niitii teetii bira ciibsi.

Achi booda warra ishee itti yaamii yeroo isaan dhufan "Osoo isheen dargaggeessa kana wajji sagaagalummaa dalagaa jirtuu itti dhufee aaree of qabuu dadhabee ajjeese" jedhii warratti himi jedheen.

Namichis galee akkuma inni jedheen godhe.
Warri ishees homaa hin dubbanne amma danda'an boo'anii dhiisanii deeman......Booda namichi Abbaan Malaa kun malli inni kenneef kun hojjachuufii dhiisuu isaa adda baafachuuf jecha gara mana namicha Niitii ajjeesee deeme.Mana erga dhaqee booda akkami malli koo hojjatee jiraa? Dubbicha maalgoote jedheen.

Namichi Niitii ajjeesee kunis abbaa malaa kana galateeffachuu fi faarsuu eegale.Malli keessan naaf hojjatee jira. Baay'ee isin galatoomfadha jedheen.Innis homaa miti ammaa achis yoo waa sidhibanii rakkatte asuma jira erga jedheenii booda "Mee reeffa dargaggeessicha ajjeestee san natti garsiisi jedheen? Innis fuudhee itti garsiise.Abbaan malaa naasuudhaan bakka jiru wallaale.Maaliifi beektuu? Dargaggeessichi ajjeefame ilma isaati.🙆

Haaduu ofii qaraniin Muramuun akkanakaa!

Namni obboleessaa isaaf boolla qote dursee ofiif itti awwaalama.
Namni iccitii namaa dirretti facaase kan isaas Dirretti faca'a
Obboloota koo yeroo kamiyyuu gaarummaa yaaduun numa mataa keenya fayyada

Namni dubbisu hin badu! Baga dubbiste!
Yoo sitti tole share godhii darbi

Maxxansi koo biroon akka si qaqqabuuf Pagekoo FOLLOW godhi

04/06/2026

𝘿𝙪𝙗𝙗𝙞𝙨𝙨𝙞 𝙁𝙞𝙭𝙭𝙞
😂😂😂👇

Maraattota 2tu mana yaalaatti yaala sammuu argachaa turan. Guyyaa tokko walqabatanii maraattotni kuni qarqara galaanaa irra deemaa turan. Osoma deeman tokko uttaalee galaanatti kufe. Achi booda maraatichi 2ffaa duukaa uttaalee galaana keessa lixuun keessaa baasee lubbuu maraaticha galaanatti kufee baraare.

Guyyaa 2ffaa taatee kana dhagahee doktorri isaan 2n yaalaa ture maraatichi 2ffaan kuni sammuun isaa fayyeera jedhee gammadee ofitti waame. Waamee oduu gammachuu fi gaddaa sitti himuuf jedheen. Maraatichis maal inni jedheen?

👉 Hiriyyaa kee galaanatti ofi gaate galaana keessaa baastee lubbuu baraaruun kee ati sammuun kee yaalachaa turte fayyuu agarsiisa. Fayyaa qabda, baga gammadde ati jedheen.

👉 Hiriyyaan kee ati galaana keessaa baaste sa’aa muraasa booda muka gubbatti ofi fannisee du’ee argame jedheen.

Yeroo kana maraattichi 2ffaa, lakki yaa doktori hiriyyaan koo ofi hin fannisne... anatu yeroo galaana keessaa baase sana waan jiidha qabuuf haa goguu jedhee akka huccutti mukatti fannise jedheen😂😂

Namoonni qoosafi baacoo garaa garaa barbaaddan follow godha

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Robe?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Bale Robe
Robe