Tokkuma Traditional Medicine
Hawwiin Kennaa Rabbiii waliiin Hawasaa Fayya Qabessaa Ta'e Horachudha!
21/08/2023
Dawaa Bugurii
Daakuu Absuda Gurraachaa Irrattii Daakuu Qamadii Fal’aana Tokko, Ammas Zeytaa Saliixa Xinno Itti Dabaluun, Sirrittii Waliin Dhahuu. San Booda Galgala Galgalaa Fuula Dibachuun Ganama Bishaan Ho’an Fuula Dhiqachuu. Guyyaa Shan Kessattii Jijjirama Aja’ibaa Argituu.
Page:- Kenyaa Follow Fi Like Gochuun Ergaa Kenyaa Hordofuu Hin Dagattina.
19/08/2023
Faayidaalee Buna Dhuguun Argamu.
1. Dandeettii Waa Yaadachuu Dabala, Akkasumas Miira Dammaqinaa Nutti Uuma
2. Carraa Kaanserii Tokko Tokkoon Qabamu Hir’isa. Fkn Carraa Kaanserii Tiruu Fi Mar’imaanittin Qabamuu Gadi Buusa.
3. Carraan Dhibee Sukkaraa(T2DM) Qabamuu Ni Hir’isa.
4. Carraa Dhukkuba Onnee Fi Sammuu Kessatti Dhiiguu(Stroke) Ni Hir’isa.
5. Dhukkuboota Dullumma Keessa Dhufan Tokko Tokko Kanneen Akka Alzheimer’s Disease Fi Parkinson’s Disease Ni Ittisa.
6. Fayyaa Tiruuf Bayyee Fayyada.
7. Miira Mukaa’uu(Depression) Fi Si’aa’ina Dhabuu Ni Ittisa.
8. Umrii Namaa Dherressuu Ni Danda’a.
9. Dadhabbiin Akka Nutti Hin Dhagahamne Godha.
10. Coomni Qaama Keenyaa Akka Gubatu Gargaara.
maddii. fayya.net
16/08/2023
Muuzii Fi Faayidaa Isaa
1. Dhibba Dhigaa Keenya Bakka Sirrittii Eeguu Fi Dhibeewwan Kannen Waliin Wal Qabatan Nurraa Qolata.
2. Keemikaala Sammuu Dhiphisu Qaama Keenya Keessaa Ni Hir’isa.
3. Lafee Fayyaa Fi Jabaata Akka Qabaannuuf Ni Gargaara
4. Nyaatni Akka Haalaan Daakamuf Ni Gargaara.
5. Guba Laphee Nurra Ittisaa.
6. Sukkarara Qaama Kenyaa Kessaa Ni To’ata.
7. Dhukkuba Garrachaafni Ni Fayyisaa Ni Ittisaas.
8. Fayyaa Gogaa Keenyaaf Ni Fayyada.
9. Dhibee Kanseriifillee Ni Ni Fayyada.
10. Hir’ina Dhiiga Ni Ittisa.
11. Ulfaatina Qaama Hamman Olii Ni Ittisa.
12. Sochii Mar’ummaan Keenyaaf Ni Tola
13. Finnisaaf Ni Tola.
jirtuu
The Power of Positive Thinking To Change your Life
03/08/2022
08/05/2022
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Robe Didea
Robe
