Visit Oromia unofficial

Visit Oromia unofficial

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Visit Oromia unofficial, Health/Beauty, Robe.

Photos from Visit Oromia's post 29/04/2023
16/04/2023

Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa baga geessan.

28/03/2023

Bale Mountian National park.
Visit Oromia.

26/03/2023

Micciirraa,Nyaataa Aadaa Oromoo.

26/03/2023

Haroo wancii dawwaadha.
Visit Oromia.
Gandaa badiyyaa akka addunyaatti turizimiif filatamtu taate dha.
Garaa wancii yoo deemtan Ummamaa bareedaa qalbii isiin furuun bashannantuu,bishaan Uumaman ho'aa argattu,bishaan fi biyyoo nafa ittin dhiqaatan fayyaa keessanif gaarii ta'es akkusamaa.Ijoollee wanciis fardaa isaanitin garaa isiin baasa tabbaa buusa isiin dawwachiisuu;feetan doniin bashannantanii fi Uummataa naannoo taphatanii...gammachuun guutamtanii galtuu.

25/03/2023

Parkii tokko keessatti Addunyaa hedduu dawwachuu yoo barbadde garaa Parkii Biyyoolessaa Baalee deemi.

Jalqabuma irraa kaase garree Baalee walirraa ciicisaan sii simatanii,binensoota bosonaa sii dawwachiisanii,fixxee sannate sii basanii,bosonaa harannaan qalbiin kee haroomte aja'ibsiffata galtaa.
Visit Oromia.

Photos from Visit Oromia unofficial's post 25/03/2023

Iluu Abbaa Booraa!

20/01/2023
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Robe?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Robe