Yaa'aa Bishaan Jiraataa

Yaa'aa Bishaan Jiraataa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yaa'aa Bishaan Jiraataa, Health/Beauty, Shambu.

10/04/2022

Iyyesuusi gooftaadha

05/04/2022

ganama kana gooftaan Mana Kee haa seenuu balbala bani
mul'ata yohaannis 3:20
kunoo, balbala dura dhaabbadheen balbala Nan rukuta, namni sagalee koo dhaga'e balbala anaaf bane Ani ol nanlixa, isaa wojjiin maddiis Nan dhiyaadha; Innis anaa wojjiin in nyaata.

02/04/2022

Eebbi abrahaam sihaa argatu

Photos from Glory of God TV / Prophet Zekariyas's post 24/02/2022
24/02/2022

Guyyaa ja'a booddee,yesus phexrosii fi yaaqoobin,yohaannis obboleessa yaaqobis fudhatee,ol gara Gaara dheeraa tokkotti kophaatti isaan baase* Innis bifa ulfina isaatiin isaanitti mul'ate,fuulli isaas akka biiftuu Ibse uffanni isaas akka ifaa addaatee balaqqise*.mat 17:1ganama kana yesuus ulfina isaatiin akka itti mul'atu kan barbaadu like&share godhi kan barbaàdu biraa gahi

23/02/2022

Ati gara Isa hundumaa danda'uutti yoo garagalte deebitee, in ijaaranta; ati jal'ina godoo Kee irraa in fageessita;Iyoob22:23 jireenyi ka siharkaa bade jireenya Kee duriitt deebi'i,ijaarami maqaa iyeesuusiitin!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Shambu?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Shambu