Finfinnee fi Oromoo

Finfinnee fi Oromoo

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Finfinnee fi Oromoo, Health/Beauty, Finfinnee, Sululta.

16/02/2025

Waliin Leta Kenei Aga – Reefu deeggartoota isaanii olaanoo keessaa tokko ta'uun beekamtii argadheera!

08/01/2025

Fayisaa leellisaa gammachuu yaadatti jawaariin qeequu barbaadaayi??

Maayimii fuulumatu hima.haasaa nama hin amansiifnee fi toora hin qabne kan haasa'u silas warra sammuu dhiisee miilaan yaaduudha.
Dhugaan falmitanii hin mootan.dhugaan yoomuu dhugaadha.
Nama deggeruu fi namaan mormuu warri dantaa godhatan yoomuu dhugaa deggeruu hin danda'an.dhugaa kan deggeran immoo yoomuu immoo dhimma namattii ykn dhaabattii dantaa hin qaban.

Photos from Finfinnee fi Oromoo's post 26/09/2024

Arba lamaan wal lolu gidduutti miidhamaan marga.

Tasgabba'aa mee hundumtuu.Lamaanuu gatii beekamtii qaban social media irratti dhimma ijoo ta'e.
Garuu dhugaan jiru jira.
Lamaanuummoo Oromoodha.

20/09/2024

Yaa rabbii ko uumaa waaqaa lafaa
Baraan mootii ta'ee si qofaatu hafaa
Biyya keenya eegi nagaa kee nuuf laadhu
Lafa nun kaa'inii harka keen nu baadhu

26/09/2023

πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šToday Best Photos🎁
❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️ ❀️❀️
β€πŸ’šβ€β€πŸ’šβ€πŸ’šβ€πŸ’šβ€
πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•Œ










Actres # jamilanagudu with and also known as in movieπŸ“½πŸ“ΊπŸ‘ˆ

09/03/2023

Biyya Tufaa Munaa kan Qajeelaa Dooyyoo
Dhiiga ijoollee oromoo kan Aabboo fi Aayyoo
Seenaanis Seeraanis yoomuu ati keenya
Guddaaf Xinnaa keenyas sumaaf dhabnee teenya

Ragaa Seenaa qabna keenya ati yoomiyyuu
Aarsaa waa'ee keetiif kaffalla boriyyuu
Oromoon yoomiyyuu waa'ee kee hin ciisu
Yoonni calliseyyuu Lafeen Seenaa hin dhiisuu

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Sululta?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Finfinnee
Sululta