Ameen Tv World Wide

Ameen Tv World Wide

Share

Waldaa Kiristanaa Ameen Ifa Addunyaa (Raajii Margaa Nugusee)

05/08/2026

nagaan waqayyoo isiiniif habayatuu jechaa jiraatotaa m, sh/Anaa Gujjee jirataan hundaaf waldaa kiristaanaa Ameen ifa Adduunyaa konfiransii afuraa guddaa gafaa guyyaa 6-8 1-3/12/2018ttii isiiniif qophesitee waan jirtuuf kottaa hirmadha

Photos from Ameen Tv World Wide's post 30/03/2026

konfiransii magalaa Shanbuu guyyaa 3ffaa tokkummaa waldaa muluwangeliin kaan qaphahee irraattii waqayyoo bayyee nuu gargareraa

Photos from Ameen Tv World Wide's post 30/03/2026

konfiransii magalaa Shanbuu guyyaa 2ffaa tokkummaa waldaa muluwangeliin kan qophahee

Photos from Ameen Tv World Wide's post 30/03/2026

konfiransii magalaa Shanbuu guyyaa 1ffaa tokkummaa waldaa muluwangeliin kan qophahee

10/03/2026

nagaan waqayyoo isiiniif habayatuu jechaa jiraatotaa m/sh/A/Gujee maraaf waldaa kiristaanaa Ameen ifa Adduunyaa konfiransii afuraa guddaa gafaa guyyaa 4_6/6/2018 ttii isiiniif qophesitee waan jirtuuf kottaa hirmadha

10/02/2026

nagaan waqayyoo isiiniif habayatuu jechaa jiraatotaa m/sh/A/Gujee maraaf waldaa kiristaanaa Ameen ifa Adduunyaa konfiransii afuraa guddaa gafaa guyyaa 6-8/06/2018 isiiniif qophesitee waan jirtuuf kottaa hirmadha

06/12/2025

nagaan waqayyoo isiiniif habayatuu jechaa itti ansuun waldaa kiristaanaa Ameen ifa Adduunyaa konfiransii afuraa guddaa gafaa guyyaa 3-5/4/2018 jimataa ganamaa jalqabee wan itti fufuuf hirmatuu sagantichaa tahaa

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Tulu Dimtu?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Oromia
Tulu Dimtu