Yesuus nidhufaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yesuus nidhufaa, Health/Beauty, Borena, Yabelo.
Karaan karaan waliitti nama duraa hin duunne karaa yeessoo qofa
30/06/2022
Yesus farda Adii yaabbate dhufuuf jira
Ilmaan isaatiif abdiitti jira
Ammaayu abdiinijra
Eessa jira?
Goofta bira
Niiti tokkootti jira ollaafi lafa keessa jiraattu keessaatti seena dansaa hin qabdu algaloomaan beekkan nami cufti hin jibba qoraaniifi bishaan nama waliin jin dha # # ,tikaafi obaa nama waliin hin dhaxxu karaa deemu hin dandeettu oduu biyyaa hin qabdu sa'aati nami boqotuu aduu saafaa tannami tokkolleen karaa deemu hin dandeennee keessa hojii hojjatti jennaan guyyaa tokko ..... itti fufaa........
Yeessoon nama badhaasa
28/04/2022
Namaan waan gatamteef abdi hin kutatini inni siyaame amanamaa
Waan ta'eef lafa sin buusu
Aabboo yeessoo
Yeessoon ilmii waaqa
Karaa dhugaaf jireenya
Eennuutti itti amanaa
Daandiin jireenyaa
Isaa akka ta'e beenna?nuuf jette dhuftee
oliwaaqaa irraa
Addoo siif malee
Lubbuunu wajirra?
Jaalatee Naaf doote
Biyyaa Lafaa moote
Najiraachisuudhaaf
Ilma nama of goote
Bagaa Naaf jiraate
Siin kataate jiruun
Naaf nidhaadde
Itti fuffa........
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Borena
Yabelo
Opening Hours
| 09:00 - 17:00 |
