zene Law page
law requires discussion ๏ฟฝ
Zene Legal jurgen Zenebe Dejen Malka tube Malka Tube
With Sami-Dan โ I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!
05/17/2026
Zenebe Dejen. Zene Legal jurgen
zene Law page Malka tube Zenebe Dejen
#๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐:
โก #๐๐ก๐๐๐๐๐๐ก๐ข
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐:
โก๐๐ก๐๐๐๐๐๐ก๐ข ๐๐ฃ๐ข๐๐๐๐๐ญ๐๐ ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ญ๐ข๐ข ๐๐๐ฅ๐ข๐ข๐ด๐ฎ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐
๐๐๐๐ซ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐ค๐ค๐จ๐จ๐๐ฌ๐ ๐๐๐ฅ๐ฆ๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐ฌ๐ ta'e irratti "qabiyyee Lafa Magaalaa seeraan ala nama jalร a qabame gadi lakkiisiisuuf himannaan dhiyaatu darbiinsa yeroo waggaa 10/kudhaniitiin daangeeffama" jechuun hiikoo dirqisiisaa kenneera.
Ammaan dura hiikoo Dhaddacha Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa lakkoofsa galmee 43600 ta'eetiin himannaan qabiyyee Lafa Magaalaa gadi lakkkisiisuuf dhiyaatudarbiinsayerootiin hin daangeeffamu jedhamee hiikoo dirqisiisaa Lakkoofsa Galmee 210477 ta'e irratti Dhaddacha Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaatiin murtaa'ee kan ture Abbootii Seeraa torbaan hiikoo dirqisiisaa Lakkoofsa Galmee 244308 ta'e irratti jijjiiramee jira. zewdu
Ayou Ayou
Zenebe Dejen Zene Legal jurgen
Tokko Ala Taโuu Manni Murtii Ofii Isaa Kaasee Kufaa Gochuu Nidandaโaa?
============== ===================================
Heera Mootummaa kwt 40(2); Labsii Lafa Baadiyaa Lkk 1324/2016, Labsii Lkk 248/2015, Murtii Dh Ijbt MMWF glme Lkk 257723 taโerratti gaafa 25/04/2017 kenname
=============================
Waliigalteen tokko buโaa seeraa akka qabaatuuf, "Seeraa qabeessa" taโuun dirqama. Kanas yeroo hedduu eega waldiddaan uumamee dhimmichi mana Murtii gahe booda gareewwan falmiin kan kaโu yoo taโu darbee darbee otuu gareewwan hinkaafnes Manni Murtii adeemsa falmii keessatti waliigaltichi seeraan ala taโuu haalli itti argu/hubatu nijira. Kanas, yoo falmitoonni mormii waliigaltee seeraan alaa jedhu dhiyeessuu baatan, manni murtii ofii isaatii kaasuu hindandaโu jedhamee ogeessota seeraa hedduun nidubbatama."
Hataโu malee, Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa murtii dhiyoo kenneen qabxiilee armaan gadii ifa godheera: Manni murtii sadarkaa kamiyyuu irratti argamu, waliigalteen dhiyaateef seeraan alaa taโuu isaa yoo mirkaneeffate, falmitoonni mormii dhiyeessuu baatanis, murtii ofiitiin (kaka'umsa ofiitiin) waliigalticha kufaa gochuu ni dandaโa.
Fkn, gurgurtaan Lafaa Maqaa "Kennaaโtiin raawwatamu waliigaltee seeraan alaatidha. Gurgurtaan lafaa seeraan dhorkamaa dha. Kunis Heera Mootummaa kwt 40(2) jalatti akka qajeeltoo imaammata Lafaatti kan tumame yoo taโu Labsii Lafa Baadiyaa kan Federaalaas taโee kan naannolee keessatti ifaan tumamee jira.
Gurgurtaa lafaa bifa "Waliigaltee Kennaa" tiin haguuganii dhiyeessuun seera qabeessa taasisuuf yeroo hedduu haalli itti yaalamu qabatamaan nimulโata. Waliigalteen akkasii jalqaba irraa kaasee buโaa seeraa waan hin qabneef, qabiyyee waliigaltee kennaan argadhe akka harkaan nagahan ykn gadi lakkisan jedhanii gaafachuuf mirga hin kennu.
Akkasumas waliigaltee seeraan alaa taโeen qabiyyee qabatanii waggoota dheeraaf gibira kanfaluunis mirga abbaa qabiyyummaa hin argamsiisu.
Ob. Jemal Kumbiitiin. Zen
05/08/2026
Telegram channel ๐๐๐
https://t.me/Hireef ๐๐๐
Zene Law pageโ๏ธโ๏ธโ๏ธ https://zannee.simdif.com ๐my bot@zenelaw_bot Youtube:https://www.youtube.com/ https://www.linkedin.com/in/zenebe-dejen-3a3b5720a https://www.linkedin.com/in/zenebe-dejen-3a3b5720a
04/10/2026
Zene Legal jurgen zene Law page
แแแซแ แตแ
แแฐ แแญแฅ!
แ แแ
แ
แฑแต แแ แจแแ
แญแฃ แจแฐแแ แฅแ แจแฐแตแ แแแฅแญแต แแฃแฝแแ แญแแแข แฅแแแ แฅแแญ แญแฃแญแซแฝแแข
# # # # # # # # # # #
Guyyaa Jimmaata Fannoo Gooftaa keenya Jeesus kiristoos Gaarii isin haa taโu!
Guyyaan kun kan jaalalaa, nagaa fi abdii isiniif haa taโu. Waaqni isin haa eebbisu.
# # # # # # # #$
Happy Good Friday!
May this holy day fill your heart with love, peace, and hope. God bless you.
Haala Itti Himannaan Yakkaa Akka Fooyya'u Ajajamu Ilaalchisee
=====//======//=======//======
Dhaddachi Ijibbaataa MMWF, murtii dirqisiisaa dhaddacha gaafa 21/02/2011 ooleen Lakk.Ga.155789 (Jildii 23ffaa) taโe irratti kenneen:
"Buโuura sdfy kwt 119tiin himannaan yakkaa akka fooyyaโu kan taasifamu tarreeffama himannaa keessatti dhimmi murteessaan ibsamuu qabu osoo hin ibsamin yoo hafe ykn dhimmi osoo hin ibsamin hafe ykn dhimmi dogoggoraan ibsame himatamaa dogoggorsiisuu dandaโa jedhamee yoo amanamedha. Gama birootiin, abbaan alangaa firiiwwan dubbii himannaa isaa keessatti tarreesse ragaadhaan mirkaneessuu ykn mirkaneessuu dhabuun isaa, fi buโaa isaa ilaalchisee manni murtii gudunfaa dhumaa irra kan gahu erga ragaan dhagahamee booda taโuun isaa sdfy kwt 141 irraa ni hubatama. Seerri deemsa falmii yakkaa kwt 112 jalatti tarreeffamni ibsa yakkaafi haalli raawwii himannaa yakkaa keessatti ibsame haala tumaa seeraa gochicha yakka taasise waliin walitti dhiyaatuun qophaaโuu qaba kan jedhames manneen murtii gochi raawwatame ulaagaa tumaa ibsamee guutuufi dhabuu isaa ragaa irraa kan mirkaneeffatu taโuu isaa nama hubachiisa. Haala kanaan, dhimmi dogoggoraan ibsame ykn dhimmi murteessaan hin ibsamin hafe osoo hin jiraatiin, ragaanis osoo hin dhagahamin manneen murtii keewwatni fi tarreeffamni himannichaa waan wal hin simneef himannaan akka fooyyaโu jechuun ajajuunifi yoo kun hin raawwatamne taโe galmee cufuun, kaayyoofi sababa seera qabeessa himannaan itti fooyyaโu jedhamee seeraan ibsame hin guutu. Kana malees, Manni murtichaa himannaa 1ffaa ilaalchisee sababa akkaataa ajajaatti fooyyaโuu dhabuutiin himannaa 1ffaa ilaalchisee tarkaanfii fudhachuun isaa sirriidha osoo jedhameeyyu sababni seera qabeessi himannaa 2ffaa irratti murtiin akka hin kennamne taasisu osoo hin jiraatin darbuun dogoggora buโuura seeraati jedheera.
๐๐๐๐๐๐
B.
๐https://t.me/Hireef
https://t.me/Hireef/1971
03/22/2026
Zene Legal jurgenZene Legal jurgen Zenebe Dejen
โBasic Investigation Skills Anyone Can Learn
โ
โInvestigation is not only for police officers or detectives. It is a simple skill that anyone can learn and use in daily life. It helps you understand what is really happening around you, instead of guessing or jumping to conclusions.
โ
โThe first skill is observation. Many people look, but they do not truly see. Good observation means paying attention to small details. Notice peopleโs behavior, their movements, and changes in their environment. For example, if something goes missing, look at what has changed. Was a door left open. Did someone act differently. These small details can give you useful clues.
โ
โThe second skill is asking the right questions. Instead of asking too many random questions, focus on clear and direct ones. Ask who was there. Ask what happened. Ask when it happened. Ask where it happened. Ask why it may have happened. These questions help you build a clear picture of the situation.
โ
โThe third skill is listening carefully. When people talk, do not rush to reply. Listen to every word. Pay attention to how they speak. Sometimes, the tone of a personโs voice can tell you more than their words. If someone keeps changing their story, that may be a sign that something is not right.
โ
โAnother important skill is staying calm. Many people panic when something goes wrong. Panic can block your thinking and make you miss important details. A calm mind helps you think clearly and connect information in a smart way.
โ
โYou also need to learn how to connect facts. One single clue may not mean much. But when you put different clues together, they can tell a story. For example, if a window is broken, footprints are outside, and something is missing, these facts together suggest what may have happened.
โ
โMemory is another useful skill. Try to remember faces, times, and events. You can even write things down to avoid forgetting. A good memory helps you compare past and present information.
โ
โDo not assume to judge
Zene Legal jurgen
Qaamni 3ffaa falmii keessatti hin hirmaanne tokko murtii kennameen mirga isaa tuqame kabachiifachuuf yoom himannaa haaraa dhiyeessuu danda'a???
Qaamni ykn namni 3ffaan tokko himannaa keessatti osoo hin hirmaatin murtii kenname mirga kiyya miidha jechuun himannaa haraa dhiyeessuu kan danda'u ta'u Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddachi Ijibbaataa lakk. Galm. 236212 ta'e irratti gaafa guyyaa 25/3/2018tti hiikkoo dirqisiisaa kennee jira. Yeroon himanni haaraan itti dhiyaaffatus murtii kenname sun erga raawwatamee booda yoo ta'u
himannaa haaraa dhiyeessuuf ulaagaan guuttamuu qabus, 1ffaa himatamuu isaa waraqaan waamichaa kan hin dhaqqabne ta'uu fi sababa humnaa oli ta'een [force mejure] falmii keessatti kan hin hirmaanne ta'uu mirkaneessuu qaba. Ta'us qaamni 3ffaa falmii gaggeeffame kana keessatti hirmaachuu dhabuun himatamuu dhagayee osoo beeku ykn dagannoon himannaa ykn falmii keessatti osoo hin hirmaanne yoo hafe himannaa haaraas ta'ee iyyata mormii murtii dhiyeessuu kan hin dandeenne ta'us hiikkoo kennamee jira.
Garaagarummaan mormii murtii fi himata haaraas hiikkoon itti kennamee jira. Iyyanni mormii murtii kan dhiyaatu murtii kenname osoo hin raawwatamin dura kan dhiyaatu yoo ta'u himanni haaraan murtiin kenname erga raawwatamee booda kan dhiyaatu ta'a!
zawdu
zene Law page Malka tube Legal information ๐ซก๐ซก๐ซก
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
New York, NY
NEW
